Abbootii alangaa Oromiyaa torban darbe hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoon butaman keessaa lama gadhiifamuu isaanii BBCtti himan. Abbootii alangaa afur butaman keessaa tokko ajjeefamuun tokko ammoo ...
Hoggantooni duraanii Waraanaa Bilisummaa Oromoo (WBO) dhiyeenya mootummaa waliin waliigaltee nageenyaa mallatteessuun galan caasaa mootummaa adda addaa keessatti muudaman. Ajajaan duraanii WBO Zoonii ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results